Qophii Saaphana interneetii cufaadhaan interneeta fayyadamuu

Atii fi hiriyoonnikee wanta Waaqayyo waa'ee dhimmoota guyyaa guyyaa jedhu akka argattaniif qabxiileen gargaaran armaan gaditti tarreeffamaniiru. Qabxii baay'ee si hawwatu tokko filadhuutii daqiiqaa 15 hanga 30 hiriyoota wajjin mari'achuuf haala mijeessaa.