Tarkaanfii Jalqabaa barruun jedhu kun duuka buutuu Kristos ta’uun maal akka ta’e akka hubatanii fi itti guddatan kan gargaarudha. Kutaaleen kun hundeen Kristos duukaa bu’uu maal akka ta’e akka hubannuu fi akkamitti hojiirra oolchuu akka akka dandeenyu fi warra kaaniifis akka hirru nu gargaaru.