Wantoota barbaachisan kana hundumaa irratti walii walii keenyaaf kadhachuun gaariidha.
Qabxii 1: Waaqayyo si jaallata, dhuunfaa keetti akka isa beektus in barbaada.
Qabxii 2: Cubbuu keenyarraa kan ka’e nuti Waaqayyorraa gargar baaneerra; Kanaaf Waaqayyoon beekuu, jaalala isaas mi’eeffachuu hin dandeenyu.
Qabxii 3: Furmaatni cubbuu keenyaaf Waaqayyo kenne Yesuus qofaadha. Karaa isaa qofaadha Waaqayyoon beekuu, jaalalaa fi araara isaa argachuu kan dandeenyu.
Qabxii 4: Nuti hundi dhuunfaa keenyatti Yesuusiif deebii kennuu qabna, Fayyisaa fi Gooftaa keenya goonee amanuudhaan. Yoo kana goone duwwaa Waaqayyoon dhuunfaa keenyatti beekuu dandeenya.
Dhugaa ba’uumsa koo
Wanti baay’ee barbaachisaan isa baranne akkamitti akka hojiirra oolchinudha. Kana raawwachuudhaaf tokko tokkoon keenya wal gargaaruu qabna. Gaaffileen kun nu fayyaduu danda’u:
Maxxansaaf qajeelfama buusuu
firststepswithgod.com/gaz/print/1
![]() |
![]() |
![]() |